Ezekiel 33:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha, worri dira Israeli ka bade ona tae suni keesati galu, waan jed'u, Abrahamuuni nama toko ch'alla, ammo lafa ch'ufa isaa kennani; nu nama heddu, tanaafi lafti teennuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ilma namaa! baniin qachoota Israa'elii ka diiggaman keessa jiraatan, ‹Abrahaam nama hojja ufii jiraatu; biyyi maruu isaa kennamte; nu'u namoota heddu; dhugamaan lafti dhaalaan nuu kennamteerti› jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Lafa Israa'elii keessa, qachaa diigame san keessa kolbaan leetu, ‹Abrahaam nama tokko qofaayyu; te'uu malee lafa fudhate; nuuti ammoo baca'a; akka fudhannuuf latti dhugumaan nu'uuf kennanteerti› jetti.