Ezekiel 33:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan atini worraani jettu, AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Isani fooni ato d'iiga keesaa imbaasini nyaattani, waaqa d'ara ka harkaani boch'ani kad'attani, namale ijeeftani. Ka isani ufiftu akasi taatani, lafti maanini teesani taati re?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan ani Rabbiin maraa olii isaaniin jedhu akkana jedhii isaanitti himi, ‹isin foon dhiiga woliin nyaattan, waaqa tolfamaa waaqeffattan, nama ajjeeftan, eeganaa isin waan kanniin maraa godha'aa attamitti lafti teenna jettan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tanaaf ati isaaniin: ‹Mootiin Waan Maraa: Isin foon dhiiga woliin nyaattan; waaqota dharaa waaqonfattan; dhiigalle hin dhangalaattan; tana mara tolchaa lafa fudhattanii ree?.