Ezekiel 33:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini worra kanani jettuuni; wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u tana, Anini inkakhad'a, aka nami dira balleesani ona tolchani suni keesa tau hobae, nami nama dira intahini, ka badiale, bineensi ala nyaate fit'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa ani Rabbiin maraa olii waan jiraataa ta'eef baniin qachoota keessa jiraatan dhugamaan akka ajeeffaman akka isaan seere ibsii isaanitti himi; worra baadiyaa jiraatan busaaya'atu nyaata; worra gaarranii fi holqa keessatti dhokatanii jiraatan bala'atu isaan fixa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati isaaniin, ‹Goottaan Mootiin Waan Maraa: Dhugumaan ani Waaqa jiraata'a! Worri qachoota diigamane keessatti hafe marti shallaaga'aan hin ijjeefaman; worra qacha'aan ala le'u ammoo akka isaan nyaatamanu ani bineensaaf dabarsee isaan hin kenna; worri kushee jaddu'uu fi goda keessa jiranu dhukkuba hama'aan dhumatan.