Ezekiel 33:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo anini ch'ubbu worrati jed'e, lafa balleese ona tolche, akanaani worri aka anini AABBO Waaqa beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa yakka nama jibbisiisu ka isaan hojjataniitiif biyyatti onaa fi lafa gammoojji'ii taasisu akka ani Rabbiin ta'e beekan.» jedhee natti dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waan battii waan hujaneef, ani lafa onsee duwwaa yennaa godhu, akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beekan› jedhi.