Ezekiel 33:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami suni yoyu nyaapa gad'ufu argu, iyye aka nyaapi d'ufu namati hima. Inni magalaata d'ae, aka nyaapi d'ufu nama ch'ufa beesisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni eegu sunillee diina dhufu argee akka isaan balaa irraa uf eeggataniif laagaa xurumba'aa namoota marattuu yoo dhageessise,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
inni woraanni dhufuun dhaggee, tultullaa afuufee kolbaa yoo ifi eeggachiise,