Ezekiel 33:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'e, Namicha, biyyiti yo wolwoldeete naabo keesati wolti baate afaani ch'icha mana worraa ejaanjatule woma kanke dubbate waan woliini jettu, me koota, waan AABBO Waaqi jed'e d'ageenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedhe, «Ati ilma namaa! baniin dallawa qachatti'iitiif balbala manniin ufii biratti waan kee mari'atan; isaan ‹koottaa dubbii Rabbii ka karaa isaatiin dhufu yoo dubbatu haa dhageennuu› woliin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Kolbaan teeti dalleya qacha'aatii fi balbala mana ifii biratti waan keeti yennaa mari'atanu, ‹Kowa'a, jecha Mootii Waan Maraa biraa dhufe dhageennaa ti› woliin jedhan.