Ezekiel 33:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini worraa namuma kirari d'ae nad'eeni faarsu fakaata. Worri dubbi tante ch'ufa inch'aqasa, ammo diqole gula iyyaau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati isaan biratti akka nama laagaa mishaa qabuutii fi akka nama meeshaa faaru'uu ka jaalalaan faarsuuti; waan ati jettu hin dhagayan malee hin raawwatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, ati isaaniif akka nama qoonqoo dansa'aan sirba jaalalaa meya sirbaatiin akka dansaa sirbuu ti; isaan waan ati dubbattu hin dhage'an malee, hin muummessanu.