Ezekiel 33:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo namichi nyaapa eegu kaani nyaapa d'ufu arginaani magalaata d'au dide, nyaapi d'ufe worra ch'ubbu suni hobaase anini namicha lafa eegu suni qabad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu ka waa eegu sun hennaa diinni dhufu argee yoo laagaa badii jalaa bayaniin uduu hin dhageessifneen hafe, diinni dhufee namoota saniin keessaa tokko yoo ajjeese namni du'e sun cubbuu ufiitiin du'e; ani ammo dhiiga nama du'e sanii namicha waa eegu san gaafadha› jedhii banii kanatti himi» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eedduun sun ammoo woraana dhufiisatti jiru dhaggee, tultullaa afuufee kolbaa yoo ifi eeggachiisuu dhabe, woraanni dhufee isaan keessaa nama tokko yoo ijjeese, nami sun yakkaa ifiitiif hin ijjeefama, ani ammoo dhiiga isaa harka eedduu sanii keessaa hin barbaada› jedhi.