Ezekiel 33:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha, amma tana anini nama gosa Israeli eegu si tolcha. Gorsa anini siti himu kana jabeesi worrati himi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati ammallee ilma nama! ani tissee banii Israa'elii si taasiseera; seera ani sitti kennu maraa isaanii dabarsuu si barbaachisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Ani kolbaa Israa'eliitiif eedduu si godheera; ati yennaa jecha afaan kiyyaa dhageettu mara isaan ifi eeggachiisi.