Ezekiel 34:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini lafa gosa d'ibi keesaa worra baase, wolti deebise, lafa isaniti galcha. Anini gaareenifi madda Israeliti worraa deebise, marra dansa tissa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani bani'ii fi biyya maraa keessaa wolitti qabee isaan baasee gara biyya isaanii isaan fida; hulee isaan irra jiraatan ka bisaan irra yaa'uu fi gaarran Israa'elii irratti isaan dheechisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gosa biyya adda addaa keessaa isaan baasee, biyya hedduu keessaa isaan wolitti qabee lafa isaaniititti isaan hin deebisa. Gaarota Israa'elii irra, lagoota bisaanii bira, lafa nami keessa le'u mara irra isaan hin tiffadha.