Ezekiel 34:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gaarafi baleele keesa nagayaani worra marra dansa tikhachisa, ammalle marra dansa lafa Israeli ch'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee mishaa irratti isaan bobbaasa; huleen isaan itti bobba'an gaarran gugurdaa Israa'eliiti; gaarran Israa'elii irratti dheedanii hulee itti bobba'an misha'atti hara baafatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani addee marri dansaan jirutti isaan hin bobbaasa; gaaroti Israa'elii dhedheeraan addee dheeda isaanii hin te'an. Isaan achi lafa marri dansaan jiru irra hin ciisan; achi gaarota Israa'elii irra addee marri dansaan jiru hin dheedan.