Ezekiel 34:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ta bade barbaade ta d'eeda gortele d'ae woli gula deebise ta ch'abt'e hid'e, ta fayya d'abde fayyisa; ammo ta gabbatte irre baafte inqaqala, wonti akanatiifi anini tissitu waan d'uga ch'alla tolchitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka badan hin soqa; ka tarara badan hin deebisa; ka caban hin yaala; ka dadhaban hin jabeessa; ani waan tissee dhuga'aa ta'eef worra dharaan coomanii fi worra jajjabaa hin balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ta baddeertu hin barbaada; ta karaa irraa gorteertu hin deebifadha; ta caddeertu hin hidhadha; ta dadhaddeertu hin jajjabeeffadha; ta coonteertuu fi ta jabaatteertu hin balleessa; ani haqaan isaan hin tissa.