Ezekiel 34:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani hagi gari marruma dansa nyaattani kanale balfitani nyaachu diddani miilaani ira ejaanjattani! Bisaani qullo d'uddani, ka isani iraa hafele keesa ejaanjattani booreesitani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Huleen mimmishaan itti bobbaatanii dheeddan isin hanqateetii? ka hulee itti bobbaatan kaan lukaan dhiittan? bisaan qulqulluu haga dhuddaniin maayessa ka hafe booreessuu isin barbaachisaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marra dansaa dheediis isin hin gewuu? Ka hafe miila keessaniin irra sirbuu qaddanii ree? Bisaan qulluu uniis isin hin gewuu? Ka hafe miila keessaniin booressuu qaddanii ree?