Ezekiel 34:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hooliyeeni tiyya d'ibiini marra isani ira ejaanjattani kaani nyaate, bisaani isani booreesitani kaanile d'uddi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa kanaan hoolonni tiyya tuuwwan marga isin dhidhiittan dheedu'uu fi bisaan isin booreessitan dhuguu isaan barbaachisa» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hooloti tiyya waan isin miila keessaniin irra sirbitane dheedanee, bisaan isin miila keessaniin booressitane unanii ree?