Ezekiel 34:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isani, ta fayya inqamne gaafa keesanini haatani hooliye keesaa baaftani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin dalgaa fi ceeku'uun isaan darba'aa horii kiyya dadadhabaa gaafa keessaniin woraana'aa gara hulee fago'oo isaan ariitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin hoolota dadhaddeertu haga isaan bittinneessitanutti cinaachaa fi gurmuu teessaniin waan isaan darbitanuuf, gaafa keessanille'een waan isaan woraantanuuf,