Ezekiel 34:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini hooliye tiyya waan kana jalaa baase, aka ituma deebiani indabsine tolcha. Anini hooliye tiyya ch'ufa fohe dansaafi hamtu gargari baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ammo hoolota tiyya hin oolcha; ammaa achi eennullee saamee akka isaan fudhatu itti hin dhiisu; hoolota mimmichu'uu fi babbaddu'uttillee hin murteessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani hoolota tiyya hin baasa; haganaa achi isaan hin nyaatamanu; ani hoolotaa fi hoolota wodhakka'atti muraa hin kenna.