Ezekiel 34:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini, AABBO Waaqi, Waaqa worraa tae, Hayyuuni hojatu tiyya Daudi fakaatuleeni worra mohata. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbi Waaqa isaanii ta'a; mootii akka Daawitii tajaajilaa kiyyaatitu isaan bulcha; ani waan kana dubbadheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootiin Waan Maraa Waaqa isaanii hin te'a; garbichi kiyya Daawitille isaan oddu'utti qondaala hin te'a; ani Mootiin Waan Maraa tana dubbadheera.