Ezekiel 34:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini isii eebise, d'aatu gaara kiyya qulqullo, tisse, gannaafi hagayya roobaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani isaanii fi hulee gaarranii ka isaan irra jiraatan maraa hin eebbisa; rooba eebbaa henna'aan isaanii roobsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Ani isaan, addee adaala gaara kiyyaalle hin eebbisa; yennaa eegatee bokkeenni akka roobu hin godha; bokkeenni sun bokkeya eebbaa hin te'a.