Ezekiel 34:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba mukeeni ch'ufti mid'aani baafte, oobruleeni ch'ufti sagale baafte, nami ch'ufti nagayaani fulluma ufi taa. Hojja anini sansalata gumi tiyyaani hid'ani ch'abse worra worra boojie tisse tolfate kaani jalaa baasu, hojja suni worri aka anini AABBO Waaqa beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mukkiin hin daraaran; maasaan atoota midhaanii kennan; isaan maruu lafa ufii irra nagayaan jiraatan; Ani qambara banii kiyya irraa cabsee worra garaa jabaatu ka isaan bulchu jalaa hennaa bilisa isaan baase akka ani Rabbiin ta'e beekan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mukooti badda'aa midhaan ifii hin buusan; lattille midhaan hin kenniti; kolbaalle lafa ifii keessa nageyaan hin leeti. Ani waanjoo isaanii caccassee, harka worra isaan garboonfatee keessaa yennaa isaan baase, isaan akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beekan.