Ezekiel 34:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini lafa guddo mid'aani baaftu worraa kenne beelale lafa suni keesaa balleesa. Gochiti d'ibileeni deebite worra goyeesite intufattu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maasaa mishaa midhaan itti facaafatanii isaanii geessu isaanii qopheessa; lammata hin beelayan; baniin isaanitti hin baldan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haganaa achi akka isaan beelaan hin dhumanne, cooraa gosa biyya adda addaatiin akka isaan hin rakkanne, ani lafa midhaaniin beekkante isaaniif hin kenna.