Ezekiel 34:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani nami ch'ufti imbeekha aka anini Israeli qorqorad'u, aka worrileeni gumi tiyya. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan ani Rabbi Waandhi isaanii akka isaan woliin jiruu fi baniin Israa'elii akka banii kiyya ta'e beekan; ani Rabbiin maraa olii waan kana dubbadheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani Mootiin Waan Maraa Waaqi isaanii isaan woliin akka jiruu fi kolbaan Israa'elii kolbaa tiyya akka teete isaan hin beekan jedha Goottaan Mootiin Waan Maraa.