Ezekiel 34:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani hooliye tiyya ta anini tissu, aninileeni Waaqa keesani. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri hoolotatti fakkeeffamtanii fi gobbuun ani bobbaasu isin banii Israa'eliiti; ani Waaqa keessan; ka waan kana dubbate ana Rabbii maraa oliiti» jedhee natti dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Isin hoolota tiyya, kolbaa Israa'elii ta ani tiffadhu; anille Waaqa keessan› jedha Goottaan Mootiin Waan Maraa» jedhe.