Ezekiel 35:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani, gosa Yudatifi ta Israeli lafa worraatini woliini qamne fud'anna jettani — ato anini AABBO Waaqa worraa tahele.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbi yoma achi jiraadhellee banii lachuu jechuun Yihuuda'aa fi Israa'eliin lafa isaaniillee dhaalaan fudhachu'uuf yaaddanii turtan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Adoo ani Mootiin Waan Maraa achi jiruu, ati: Gosi biyya adda addaa lamaan tun, Yihuda'aa fi Israa'el tiyya; ani isaan hin fudhadha jetteerta.