Ezekiel 35:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Anini aka taka nami inargini balleese ona si tolche nami lafa keesa jiru badi tante suni iraa gammada,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu wonti ani Rabbiin maraa olii jedhu kana, «Hennaa adunyaan maruu gammadan biyya keessan ammo gammoojjii taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Biyyi lafaa duudiin yennaa gammaddu, ani Goottaan Mootiin Waan Maraa ona si hin tolcha.