Ezekiel 35:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani haguma duriti nyaapuma Israeliti, ammalle nama isi harka nama woraanaani nama fit'uti lakiftani, guyya maro ch'ubbu isiitiifi worra balleesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin sababaa waan gadoo keessan ka hennaa dheera'aatiif worri Israa'elii akka rakkatanii adabamanii guraade'een dhuman dabarsitanii isaan kennitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Ati Israa'elootatti diina teetee, quuqaa bara dheera'aa qabattee, yennaa rakkinni dhumaatii fi yennaa adabbiin isaan dhaqqadde, shallaaga'aaf dabarsitee isaan kenniteerta.