Ezekiel 35:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini, AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, muummeeni teesani duuma, jalaa imbaatani. Isani nama woraanati woraanuma sunini ch'ittani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani Rabbiin maraa olii waan jiraataa ta'eef du'aaf isin qopheessa; worri isin ajjeesu isin ari'a; isin waan dhiiga namaa jissuu hin jibbineef ka dhiiga namaa jissutu si ari'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, ani Mootiin Waan Maraa, dhugumaan Waaqa jiraata'a! Dhiigi keeti akka dhangalaafamu dabarsee si hin kenna; ka dhiiga dhangalaasu si hin ari'a. Dhiiga dhangalaasiisa waan hin jibbiniif, ka dhiiga dhangalaasu si hin ari'a.