Ezekiel 35:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini lafa gaareeni ta Edomu balleese ona tolche, ideemtu isii keesa baatu ch'ufa hobaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani biyya Eedoomiitii fi gaarran isi'ii onaa fi lafa gammoojji'ii taasisa; akka eennullee karaa saniin hin lufne godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gaara biyya Se'iirii onsee duwwaa hin godha; nama biyya gaaraa san keessa qaxxaamuree deemu hin balleessa.