Ezekiel 35:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gaareeni ch'ufa reefani guute, goblooli nama woraanaani hobae gaareenifi bale keesa guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaarran maraa reeffa namoota dhumeetiin guuta; reeffi namoota woraanaan dhumanii tulloota dhooqaa fi laggiiwwan kee maraa keessa guuta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gaarota keeti worra ijjeefameen hin guuta. Worri shallaaga'aan ijjeefamane kooba teeti irratti, dhooqa teeti keessaa fi dareera keeti keessatti hin gombifaman.