Ezekiel 35:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini haga jiru jireenna lafa teesani balleese ona tolche, dira keesanile aka nami dandae keesa inteenne tolcha. Duuba akanaani aka anini AABBO Waaqa beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani baraa haga bara baraa biyya teessan ona taasisa; lammata ka qachoota teessan keessa jiraatu hin argamu; hennaa san akka ani Rabbiin ta'e beettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani haga bara baraa ona si hin tolcha; qachaa keeti keessa nami hin le'u; achiin duuba ati akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beetta.