Ezekiel 36:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'e, Namicha, gaareeni Israeli tanati dubbad'i waan jettu, Ee gaareeni Israeli, dubbi AABBO Waaqa d'agaya;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedhe, «Ati ilma namaa! gaarran Israa'eliititti raaga dubbadhu; waan ani Rabbi Gooftaan keessan waan ani isaaniin jedhu akka caqasan isaanitti himi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Marroo gaarota Israa'elii raaga dubbadhuutii, ‹Ee gaarota Israa'elii! Jecha Mootii Waan Maraa dhage'a'a!