Ezekiel 36:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo armaa achi lafti deebite goorjama taate ilmaani teesani inguuratu. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammaa achi lafattiin ta nama nyaattu hin taatu; ijoollee teessanillee isin irraa hin fudhattu; ani Rabbiin maraa olii waan kana dubbadheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isin haganaa achi nama hin nyaattanu; kolbaa teessanille beelaan ijoollee malee hin hamburtanu.