Ezekiel 36:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti deebite gosa isi goyeesitufi nama isi miid'u inch'aqaftu lafti deebite ilmaani nama jalaa inguuratu. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafti ammaa achi ta baniin itti baldu hin taatu; tuffi'iinillee isii hin laalan; ka lammata deebi'ee lafatti akka namni irra hin jiraanne taasisu hin jiru; ana Rabbii Goofta'atu waan kana dubbate» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haganaa achi ani akka gosi biyya adda addaa isin salphittu hin godhu; haganaa achi kolbaan isin hin qaanessitu; haganaa achi kolbaa teessaniif gufuu hin teetanu› jedha Goottaan Mootiin Waan Maraa» jedhe.