Ezekiel 36:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan worri lafa suni keesati nama fit'e Waaqa harkaani boch'ani kad'ateefi, anini worrati dallane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan isaan biyyattii irratti ajjeecha'aa fi waaqolee tolfamaa waaqeffata'aa batteessaniif ani guddisee isaaniin lola.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan lafa san keessatti dhiiga waan dhangalaasaneef, waaqota ifii ka dharaatiin lafa san waan batteessaneef, maarre anille mufii tiyya isaan irratti dhangalaase.