Ezekiel 36:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini finna worra kana jibbe lafa gosa d'ibi keesati worra firfirse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jireenni isaaniitii fi hujiin isaanii maruu waan badaa ta'eef ani isaanitti murteesse; akka isaan biyyoota ormaatitti bittinnaayan isaan taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gosa biyya adda addaa keessa isaan bittinneessee, isaan biyya hedduu keessa xexeeramane. Ani akka karaa isaaniitii fi akka hujii isaaniititti isaanitti mure.