Ezekiel 36:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan worri Israeli fulla deemu ch'ufati maqa kiyya qulqullo yakeefi, garaani na hammaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu baniin Israa'elii banii isaan itti dhaqanii keessa jiraatan keessatti maqaa kiyya woyyuu waan arrabsiisaniif na yaachisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Israa'elii ammoo addee dhaqane maratti gosa biyya adda addaa oddu'utti, maqaan kiyya woyyichi ka isaan batteessane natti dhage'ameera.