Ezekiel 36:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi amma tana waan atini worra Israelitini jettu, AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, anini waan amma tolchu kana isani worra Israeliti jed'e intolchu, ammo maro maqa kiyya, ka isani fulla yaatani ch'ufati balleesitanifi, tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa waan ani Rabbiin maraa olii waan isaaniitiif siin jedhu maraa isaanitti himi; wonti ani ammaa achi isinii godhu waan maqaa kiyya woyyuu isin hulee dhaxxanitti arrabsisiiftan saniif malee isiniif jedheetii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tanaaf, kolbaa Israa'eliitiin, ‹Goottaan Mootiin Waan Maraa: Ani isiniif jedhee adoo hin te'in, addee dhaxxane maratti gosa biyya adda addaa oddu'utti maqaa kiyya woyyicha waan batteessitaneef tana godha jedha.