Ezekiel 36:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo anini gosa ch'ufa qulqullooma maqa kiyya jaba, isani nama ch'ufa durati balleesitani kana garsiisu — worri hojja suni aka anini AABBO Waaqa beekha. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa gudda. Anini isaniini qulqullooma kiyya gosa ch'ufa garsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaa kiyya ka isin banii keessatti arrabsisiiftan waan woyyummaa guddinna maqaa kiyyaa hin mudhisa; achiin maayessa hennaa ani karaa keessaniin woyyummaa kiyya isaanitti mudhisu baniin akka ani Rabbiin ta'e beekan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani woyyummaa maqaa kiyya gudda'aa ka gosa biyya adda addaa oddu'utti battowe, ka isin odduu isaaniititti batteessitane san hin mudhisa. Achiin duuba adoo isaan dhagganuu karaa keessaniin woyyummaa tiyya yennaa mudhisu gosi biyya adda addaa akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beekan.