Ezekiel 36:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini bisaani qullo isaniti fifit'e, akasiini waaqoota d'ara ka isani kad'atanifi waan hamtu isani ufiini t'ureesitani ch'ufa isani iraa qulqulleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bisaan qulqulluu isinitti facaasee battummaa keessanii fi waaqolee tolfamaa keessan irraa akka qulqullooftan isin taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani bisaan qulqulluu isinitti hin fiffixa; isinille battummaa teessan maraa fi waaqota dharaa keessan mara irraa hin qulqulloontan.