Ezekiel 36:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini garaa haareesafi qalbi hareeti isanii kenna. Anini garaa keesani jajaba aka d'akha suni jijire, garaa laana ka Waaqaa saalfatu isanii kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Onnee haarawa isinii kenna; Hafuura haarawa isin keessa kaaya; onnee akka dhaga'aa jabaattu isin keessaa baasee onnee akka foonii laaftu isinii kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani qalbii haareya isiniif hin kenna; ayyaana haareya isin keessa hin keya. Ani mataa jabeenna keessan ka akka dhaka'aa isin keessaa baasee, qalbii ajajantu isiniif hin kenna.