Ezekiel 36:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini lubbu tiyya isani keesa kaye, seera kiyyafi aada anini isanii kenne ch'ufa isani guuchisiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hafuura kiyya isin keessa bulcha; akka isin seeraa fi ajaja isinii kenne maraa seeraan eeddanii raawwachuu dandeettan isin taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ayyaana kiyya isin keessa hin keya; akka seerata kiyyaatitti akka isin ideentanuu fi ajaja kiyya miidhassitanee akka eegattanu hin godha.