Ezekiel 36:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan isani t'ureesa ch'ufa keesaa isani baase, isanii eebise, lafti teesanileeni aka isani deebitani beela ingarre, mid'aani guddo isanii baafti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waan battii maraa irraa isin fayyisa; ammaa achi isin akka hin beelofne akka midhaan isinii baay'atu ajaja.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani battummaa teessan mara keessaa isin hin baasa; midhaan waamee hin baceessa; haganaa achi beela isinitti hin fidu.