Ezekiel 36:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini mukeeni teesani ta mid'aanitifi oobru teesani ch'ufa eebise, isiini guddo sagale isanii baafti, aka isani deebitani beelooftani gosa d'ibi durati inch'eere.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akka daraaraan mukaatii fi ka maasaa keessanii baay'atu godha; achiin maayessa beelli orma maraa salphisu isin irra hin gayu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka isin gosa biyya adda addaa oddu'utti beelaan hin salphanne, midhaan mukaatii fi midhaan ficha'aa mara akka bacatu hin godha.