Ezekiel 36:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'u: Guyya anini ch'ubbu teesani isani iraa d'iqu, anini dira keesani ka bade ona taheti isani deebise, duuba isani dira suni ch'ufa ammalle jaartani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii akkana jedha, «Hennaa ani cubbuu keessan maraa irraa isin qulqulleesse qachoota diiggaman deebiftanii ijaarattanii akka keessa jiraattan isin taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Guyyaa ani cubbuu teessan mara irraa isin qulqulleessu, qachaa keessan keessa akka nami deebi'ee qubatu hin godha; ka diigamelle deebi'ee hin ijaarama.