Ezekiel 36:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba nami ch'ufti waan jed'u, lafti tunini ta duri badde ona taate ya aka oobru Edeni taate ammalle dira ch'ach'absani saamani ona tolchani kaani yayu iti qubatani jabeesani jaarani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka isii laalu maruu ‹lafti lafa gammoojji'ii tun attamitti jeennata Eedanii fakkaate! qachoota armaan dura onaa fi ta waan diiggame itti tuulan attamitti ka baniin irra jiraatuu fi ka kushee itti ijaaratan ta'uu danda'an?› jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri achi keessa dabaru sunille, «Latti duri onteertu, oorruu Edenii fakkaatte; qachooti duri diigamanee onanee duwwaa te'ane amma dalleenni itti ijaaramee, namille keessa le'iisatti jira!» hin jedhan.