Ezekiel 36:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Anini ammalle kad'acha worra Israeli d'agaye, waan worri fed'u ch'ufa guutaafi: Anini worra daraarse deebanse aka hoola ree lafa ira dabarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii akkana jedha «Worri Israa'elii deebi'anii hennaa tokko akka na kadhatan godha; laakkobsa isaanii akka tika hoolotaatitti baay'isa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Ani ammalle waan kolbaan Israa'elii na gaafatte tokko isaaniif hin godha; kolbaa isaanii akka tika hoole'ee hin baceessa.