Ezekiel 36:38 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira amma bade ona tae kana akuma duri dira Yerusalemu hooliyeeni jila sorioti qalani guute, akasuma nami guuta. Duuba akasiini aka anini AABBO Waaqa beekhani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma armaan dura Yerusaalem hoolota guyyaa ayyaanaa ciinca'aaf dhiyaataniin guuttamtutti qachoonni diiggaman bani'iin guuttaman; hennaa san akka ani Rabbiin ta'e beekan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma yennaa jila beekkantee, Yerusaalem hoolee ciinca'aaf dhikaatteen guutantu, qachooti diigamanelle namootaan hin guutaman; achiin duuba isaan akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beekan› jedha» jedhe.