Ezekiel 36:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini, AABBO Waaqi guddaani, owa dallansu tiyya keesa, yayu gosa d'aatu teesani jirtu ch'ufa, keesuma gosa Edomuti dubbad'e. Worri na tufate lafa tiyya waan isiini qabdu ch'ufa saame gammaddani fud'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani hinaaffaa kiyya gudda'aan banii maraa fi biyya Eedoomii marattuu dubbadhaa; isaan gammachuu gudda'aa fi guddisanii tuffatanii lafa tiyya dhaalanii ta ufii godhatan» jedha Rabbiin maraa olii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani Goottaan Mootiin Waan Maraa: Hinaaffaa tiyya jaddu'uun gosa biyya adda addaa ta dhibi'ii fi kolbaa Edoomii mara irratti hin dubbadha; isaan gadhaa ifii keessatti gammadanee, tuffi'iin lafa tiyya saamanee fudhatanee, addee dheeda horii ifii godhatane» jedha.