Ezekiel 36:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi waan lafa Israeli fagi; gaareenifi kubileefi maddafi baleeni waan jettu, AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, waan gochiti d'ibiini isani arabsite isani ch'eersiteefi, anini obsu dad'abe dallansu tiyya keesa worrati dallana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati biyya Israa'eliititti raaga dubbadhu; bani'iinillee akkana jedhi; «Rabbiin maraa olii sababaa baniin gaarran, tulloota, bisaan keessan ka yaa'uu fi dhooqa keessan maraa irrattuu salphinna keessanii fi ani Rabbiin maraa olii lola kiyya gudda'aa fi hinaaffa'aan ka'eera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Tanaaf ati marroo lafa, gaarotaa fi koobota, lagootaa fi dhooqota Israa'elii irratti raaga dubbadhuutii, «Goottaan Mootiin Waan Maraa: Gosi biyya adda addaa waan isin salphitteef, kunoo ani hinaaffaa mufi'iitiin dubbadheera jedha» jedhi.