Ezekiel 36:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini, AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Anini inkakhad'a, aka gochiti d'aatu teesani jirtu tunini ch'ufti ch'eeraani baddu male inteenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyyi ollaa keessanii ka naannoo keessan jiran maruu akka salphatan ani Rabbiin maraa olii hin kakadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Goottaan Mootiin Waan Maraa: Gosi biyya adda addaa ka adaala keessan jiranu akka salphatanu ani hin kakadha.