Ezekiel 36:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isani, gumi tiyya ta Israeli gaareeni teesani gubba mukeeni deebite obeensaafi mid'aanile baafti Isanileeni d'iotu lafa teesaniti galtani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti ani isin banii kiyya Israa'eliin jedhu kana; mukkiin gaarran Israa'elii jiran maruu deebi'anii lalisanii daraaraa isinii kennan; isinillee daddaftanii gara biyya keessanii deebitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«‹Ee gaarota Israa'elii, kolbaan tiyya Israa'el gara qe'ee ifii ariifattee waan dhuttuuf, isin ammoo dameelee baafattanee midhaan isaaniif hin buuttan.